Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Xansaala

Wikipedia irraa

Xansaalli xannachasaalubbiyyoo fihormoonota saalaa hojjetudha . Goonaadiin dhiiraa qaama saalaa dhiiraa ti . Qaamni saalaa dhiiraa seelii isparmii ni uumu . Goonaadiin dubaraaovaarii dha .Ovaariinseelii hanqaaquu ni uuma . Bineensonni tokko tokko bukkisiisa (hermaphroditic) waan ta'aniif gonads adda addaa qabu . Goonaadii kan akka xanbuuphaa (ovotestis) qabaachuu danda'u . Kunis xannacha cidhaanifigutoo wajjin wal fakkaatudha.

"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Xansaala&oldid=43392" irraa kan fudhatame

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp