Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Warbuqqee

Wikipedia irraa

Warbuqqeen (Maqaa saaayinsawaa: Cucurbitaceae) ( gosatartiiba Gosge;oo keessatti baay'ee beekamaadha. Warbuqqeen garee biqiltootaa jeneetikiidhaan adda addaa ta’an keessaa isa tokko.Biqiltoonni Cucurbitaceae, akka Warratis ta’e akka biqiltoota dhuunfaatti, guddinaa fi madaqfamuu isaaniitiin garaagarummaa qabu. Babal’inni qorannoo guddaa ta’uun isaa dirree qorannoo lalisaa gosa kana irratti akka uumamu taasiseera. Poolineeshiniin baay’inaan argamu saala adda ta’e waan ta’eef poolineeshinii qaxxaamuraa dha. Fkn warbuqqee keessa tokkodabaaqula

Gosa Warbuqqee keessaa baay’ee beekamaa ta’e

[gulaali |lakkaddaa gulaali]
  • Zuukiinii (Cucurbita pepo ) .
  • ujuee (Cucumis sativus ) .
  • qarooroo (Luffa cylindrica ) .
  • ugoo (Cucumismelo ) .
  • Paampii (Cucurbita maxima,C. moschata,C. pepo ) .
  • Harbuu diimaa (Cirullus lanatus ) .
  • Paampii gosa hunda
  • Mi'aawaa hadhaa'aa (Momordica ) .
  • Boqqolloo hadhaa’aa (Citrullus colocynthis) .
  • Chayootee (Sechium edule) .
  • Kukkurama bosona
"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Warbuqqee&oldid=41063" irraa kan fudhatame

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp