Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Wanneettummaa

Wikipedia irraa

Wanneettummaan bifa falaasama isa guddaa yoo ta’u, addunyaan wantoo(matter) qofa irraa akka ijaaramtee fi amala ishee uumama wantoo ta’uu ibsu. Akkaataa yaada kanaan, taateewwan hafuuraa hundi hariiroo wantoofi seera isaan bulchan irraa madda. Kanaaf, kutaan addunyaa dhugaa, kan yaada irraa walaba ta’ee jiru, wantoo qofa.

Gosti falaasama wanneettummaa walfaana mormuyaaddoyyummaa jedhama .

"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Wanneettummaa&oldid=42915" irraa kan fudhatame
Ramaddii:

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp