Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Walnyaatinsa hoo'in-baasaa

Wikipedia irraa

Walnyaatinsi hoo'in-baasaan walnyaatinsa keemikaalaawantootni walnyaatananniisaa akkaho'aatti gadi lakkisan dha . Fakkeenyi kanaa gubachuudha . Walnyaatinsi hoo'in-baasaa anniisaa gara naannootti dabarsu. Walnyaatinsi faallaa kanaa hojjetu (ho’a xuuxa)walnyaatinsa hoo'in-xuuxaa dha .

Walnyaatinsi hoo'in-baasaa walnyaatinsa anniisaan bifa ifa ykn ho’aatiin gadi lakkifamuudha. Akka kanaan walnyaatinsa hoo'in-baasaa keessatti anniisaan akka walnyaatinsa endothermic keessatti anniisaa naannoo irraa fudhachuu irra gara naannootti dabarfama. Walnyaatinsa hoo'in-baasaa keessatti jijjiiramni qabeentoo ho'aa ykn entalpii ( ΔH) negaatiivii ta’a.

  • gubachuu
  • gubiinsa soorataa
  • walnyaatinsa niwutraalaayizeeshiniiasiidotaa fialkaalota gidduutti
  • walnyaatinsa bishaanii fi kaalsiyeemii oksaayidii gidduu jiru
  • Ho’a gubaa
"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Walnyaatinsa_hoo%27in-baasaa&oldid=42440" irraa kan fudhatame
Ramaddii:

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp