Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Shaayyaa

Wikipedia irraa
ShaayyaaKirooshiyaa keessatti argamtu

Shaayyaa jechuun naannoo lafaabishaan keessaa bahee mul'atudha . Akkasumas lafa bishaan gama sadii qabu jedhamee ibsama.

Biyyoonni baay'een shaayyaa irratti argamu, fi yookaan kutaa shaayyaa tokkoo (kan akka Poorchugaal ) yookaan hunda isaa (kan akkaHindii ) fudhachuu danda'u. Kutaaleen biyya tokkoo shaayyaa tokko irrattis ta’uu danda’u. Fakkeenyaaf, Jutland akkuma Baja CaliforniaMexico keessatti argamu shaayyaa dha.

Yeroo baayyee Shaayyaan Arabaa bal'inni ishee iskuweer kiiloo meetira 3,237,500 ta'ee addunyaa irratti guddittii ta'uun caqasa.

"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Shaayyaa&oldid=43703" irraa kan fudhatame
Ramaddii:

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp