Seeziyeemiinelementii keemikaalaalakkoofsi atoomikaa 55gabatee piriyoodii irratti qabuudha. Mallattoon isaaCs dha.
Seeziyeemiin sibiillialkaaliiti . Qabxiinbaqinaa isaa gadi aanaadha (28 °C). Garmalee deebii kenna . Sababa walnyaatinsa guddaa waan qabuuf keemikaala balaafamaa dha. Qilleensa keessatti ibidda ofitti qabsiisuu (ignite) ta’uu danda’a. Bishaan waliin wal qunnamuun ni dhoo’a .Sibiilota alkaaliin biroo caalaa bishaan waliin walnyaatinsa cimaa qaba. Sababa kanaan, seeziyeemiinzayita albuudaa keessatti kuufama .
Seeziyeemiin elementii baay’ee hin argamnedha.Lafa irratti seeziyeemiin xiqqaa waan ta'eef, baay'ee qaala'aa dha. Qaamni namaa seeziyeemii hin barbaachisu. Hamma guddaa yoo ta’e,kompaawundootni keemikaalaa isaa s summii salphaa ta’u sababiin isaas pootaasiyeemiitti dhihoo waan ta’eef, kan qaamni barbaachisu.