Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Pilaastiidii

Wikipedia irraa
gosoota pilaastiidii
Kilooroopilaastoota seeliiPlaagiyumnium affine keessatti mul’atan

Pilaastiidiin ykn Sibaakduun orgaaneeliibiqiltootaa fiwaabara ofumaan wal horudha .Pilaastoomiin jiinoomaDNA pilaastiidii ti.[1]p341 Isaan akkamaashinii xixiqqooseelii keessa jirani : tokkoon tokkoon isaanii keemikaalota barbaachisoo biqiltuun sun itti fayyadamu ni hojjetu ykn ni kuufa.

Fakkeenyonni pilaastiidii:

  • Caasmagarroo :footosinteesii; pilaastiidonni biroo kilooropilaastoota irraa kan guddatan ta’uu danda’a. Etioplasts jechuun kilooropilaastoota ifaaf hin saaxilamne dha.
  • Daraarhalleessituu: oomisha fi kuusaapigmentii .
  • Horbifaala: halluu kan hin qabne, terpenes kan akka resin hojjetu . Yeroo tokko tokko gara gosoota pilaastiidii adda ta’anitti guddatu:
  1. King R.C. Stansfield W.D. & Mulligan P.K. 2006.A dictionary of genetics, 7th ed. Oxford.
"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Pilaastiidii&oldid=43405" irraa kan fudhatame

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp