Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Oromoo Booranaa

Wikipedia irraa
Dubartii daa’ima baattee deemtu (Itoophiyaa)

Oromoo Booranaa (Booraan jedhamu) ummata Oromoo kan horsiisee buluun jiraatuu yoo ta'uKibba Oromiyaa fi KaabaKeeniyaa keessa jiraatu. Boranni qoqqooddama Oromoo keessaa isa tokko yoo ta'u kan biraanOromoo Baarentuu ti.

Waa'ee Booranaa

[gulaali |lakkaddaa gulaali]

Oromoon kaaba Keeniyaa jiraatann kan isaan achi seenan kibba Itoophiyaa irraa ka'anii yoo ta'u kunis jaarraa 10ffaa keessa yeroo baballina Oromootti ture. Achii booda Oromoon gosa loon horsiisu fi gaala horsiisutti addaan qoqqooddame; gosti kunisGabraa, Sakuyyee, fi Rendille.

Booranni afaan Booranaa dubbata, kunisAfaan Oromoo kibbaa jalatti ramadama.Afaan Oromoo afaanKuush dameeAfiroo-Eshiyaatiik jalatti ramadama. Walumaagalatti, baayinni ummata Boorana naannoo miliyoona 7 ta'a.

Nami Booranaa Keeniyaa filannoo irratti sagalee kennuu

Dhaha Baraa(Calendar)

[gulaali |lakkaddaa gulaali]

Oroomoon Boornaa dhahaa mataa isaani naannoo DHKD 300 akka ummatan yaaddama.

It is believed that the Borana developed their own calendar around 300 BC. The Borana calendar is a lunar-stellar calendrical system, relying on astronomical observations of the moon in conjunction with seven particular stars or constellations. Borana Months (Stars/Lunar Phases) are Bittottessa (iangulum), Camsa (Pleiades), Bufa (Aldebarran), Waxabajjii (Belletrix), Obora Gudda (Central Orion-Saiph), Obora Dikka (Sirius), Birra (full moon), Cikawa (gibbous moon), Sadasaa (quarter moon), Abrasa (large crescent), Ammaji (medium crescent), and Gurrandala (small crescent).[1]

Qoqqooddama

[gulaali |lakkaddaa gulaali]

Booranni akka kanatti addaan qoodama:

Kanas Ilaali

[gulaali |lakkaddaa gulaali]

Wabii

[gulaali |lakkaddaa gulaali]

Template:Wikinews

Dabalata Dubbisuuf

[gulaali |lakkaddaa gulaali]
  • Asmerom Legesse,Gada
  • Beckingham and G.W.B. Huntingford,Some records of Ethiopia Hakluyt Society, 1954
  • Bassi Marco,Decisions in the Shade. Political and juridical processes among the Oromo-Borana Red Sea Press, 2005
  • Clifford H F Plowman CMG OBE,Notes On The Gedamoch Ceremonies Among The Boran,(Journal of the Royal African Society, Vol. 18, No. 70 (Jan., 1919), pp. 114-121 )
v · d · m
Qoqqoodama Oromoo
Oromoo BooranaaSamaaloOrmaaBoraan GuttuuOromoo GabraaOrma peopleOromoo MaccaaOromoo Tuulama
Oromoo BaarentuuOromoo WallooOromoo WarjiOromoo Marawa (Oromoo Ituu) •Oromoo KarrayyuuAniya OromoAfran Qalloo (Ala Oromo) •Oromoo oborraaOromoo BaabbileeOromoo Dagaa) •Ambo (Oromoo Arsii) •Oromoo HumbannaaOromoo Dhumuugaa
KaanQaalluuSherifa
  1. Lawrence R. Doyle,The Borana Calendar REINTERPRETED
"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Oromoo_Booranaa&oldid=41622" irraa kan fudhatame
Ramaddii:

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp