Magaalaa Naqamte | |||
Biyya: | Itoophiyaa | ||
Naannoo: | Oromiyaa | ||
Godina: | godina Wallagga Bahaa | ||
Aanaa: | [[]] | ||
Ganda: | |||
Ol ka'iinsa: | 2 088 m | ||
Baayyina ummataa: | 110 688 (2012) | ||
Tuuta'insa ummataa: |
Naqamte magaalaaOromiyaa dhihaatti argamtu keesaa ishee tokkodha. Magaalaan Naqamte naannooOromiyaa GodinaWallagga Bahaa kessatti argamti. Iddon itti argama ishee ol ka’iinsa lafaa meetira 2,088 kan qabu yoo ta’u latitude fi longitude 905’N 36033E qaba. Naqamte aanaaGuutoo Waayyuu keessatti argamti.
Naqamte magaalaa guddoo Kutaa Bulchiinsaa Wallaggaa kan durii kan turte yoo ta’u amma immoo magaalaa guddoo godinaWallagga Bahaati. Akka lakkoofsa uummata bara 2005 godhame agarsiisutti, uummata 84,506 ta’utu magaalaa kana keessa jiraata. Akka lakkoofsa uummata bara 1994 godhameetti, Naqamte uummata 47, 258 qabdi turte.
Naqamte keessa iddoowwan seenaa kan akkaMasaraa Kumsaa Morodaa, awwaalaOnesmoos Nasib (Abba Gammachiis),godaamba Wallaggaa fi kkf jira. Dhaabbata gurguddoo Naqamte keessatti argaman keessa tokkoYuunivarsiitii Wallaggaati. Istaadiyeemin sadarkaa isaa eeggate Naqamte keessatti qarshii miliyoona dhibba lamaa ol ta’uun ijaarramaa jira. Istaadiyeemin kunIstaadiyeemii Wallaggaa jedhamee moggaafame. Naqamte nyaata aadaa wallagga keessatti bekkamaa kan ta’eAncooteedhan beekkamti. Hoteellonni fi manneen nyaata hedduun nyaata kana keessummoota isaaniif ni dhiyeessu.
Naqamte kan ishiin hundoofte jaarraa 19ffaa gara gidduu keessa. Yeroo san magaala guddooMootummaa Wallaggaa turte.Bakaree Godaanaa fi ilmi isaaniiMorodaa Bakaree Naqamte magaalaa guddooMootummaa Wallagga godhatanii akka turan seenaan ni dubbata. Boodarras, ilmi Morodaa,Kumsaa Morodaa achuma qubatee Wallagga bulchaa akka ture ni dubbatamaCity|
| Name = City of Nashville| Flag =| Uniform emblem =| Map =| Country = Ethiopia| Region = Orissa| District = East Wales district| District =| Ganda =| Elevation = 2,088 m| Population = 110,688 (2012)| Population clustering =}}Naqamte is a town in the western part of [[Oromia] The city of Naqamte is located in theOromia region of [[East Wallagga] It is located at an elevation of 2,088 meters and has latitude and longitude 905’N 36033E. Naqamte is located inGuutoo Wayyuu district.Naqamte was the capital of the former Wallagga Administrative District and is now the capital ofEast Wallagga district. According to the 2005 census, the city has a population of 84,5 According to the 1994 census, Naqamte had a population of 47,
There are historical sites in Naqamte such asKumsa Moroda Palace, the tomb ofOnesmus Nasib (Abba Gammachiis),Wallagga settlement and so on. One of the largest institutions in Nashville is the [[University of Wales] A state-of-the-art stadium is being built in Naqamte at a cost of over Rs. The stadium was named [[Wallace Stadium] Naqamte is famous for itsAncootee which is a traditional dish in Wallagga. Many hotels and restaurants offer this dish to their guests.
Naqamte was founded in the mid-19th century. It was then the capital of the [[Wall Kingdom] History tells us thatBakaree Godana and his sonMorodaa Bakaree made Naqamte the capital of the [[Wallagga Kingdom] Later, Moroda's son,Kumsaa Moroda is said to have settled there and ruled Wallagga.