Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Naayil

Wikipedia irraa
Blue Nile Falls
Naayil (Ijiipti)

Naayil ykn Abbayya maqaan jedhuu kan dhufeeAfaan Ijiipti irrayi. Naayil laga gara kaaba yaa'u kanAfrikaa keessatti argamu yoo ta'u addunya keessatti dheerinaanlaga dhericha jedhamee beekkama. Naayiltributary (bishaan kara irratti isatti makaman yookan isaa irra gargar ba'an) lama qaba. KunisWaayit Naayil(White Nile) (White Nile) fiBiluu Naayil(Blue Nile)dha. Haa ta'u malee, Biluu Naayil bishaan guddoo Naayil kan keessaa burquu fi biyyee badhadha kan qabu dha. Kan duraa Waayit Naayil immo dheerinaan Biluu Naayil ni caala. Waayit NaayilinAfrican Great Lakes jiddu Afrikaa (Afrikaa Giddu galaa)tti argamu ka'a. Lagni kunis madda (burqaa) dheeraa kibbaRuwaandaa qabatte, achii ka'e gara kaabaa adeema, innis kanneen keessaa ba'uun adeema:Tanzaaniyaa,Haroo Viktooriyaa,Yugaanda fiKibba Sudaan. Biluu Naayil immoHaroo XaanaaItoophiya kessatti argamu jalqabe, kibba-baha irra garaSudaan senna. Lagi lamaan (Biluu Naayil fi Waayit Naayil) dhihooKaartum (magaalaaa guddooSudaanit) wal-qunamu.

Kutaan laga kaabatti argamu bayyinaangammoojjii keessa adeema, kunisSudaan garaIjiipti adeema. Bara durii ansee qarommiIjiipti laga kan irratti kan hundeffame ture. Ummatti bayyenIjiipti fi annotti baayyeeIjiipti keessatti argaman (biyyotta qarqaratti argaman malee) hundinu qarqara Sulula Naayil kaabaAswaanitti argamatti argamu. Bakki adda fi senna Ijiipti baayyeenIjiipti Durii qarqara laga Naayil kanatti argamu.

Naayil bakki itti dhabatuRiver delta guddicha kan garaGalaana Meditiraaniyaaniiit jigutti dha.

"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Naayil&oldid=41386" irraa kan fudhatame
Ramaddiiwwan:

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp