Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Morookoo

Wikipedia irraa
Morookoo
Magaalaa GuddaaKaazabilaankaa
Afaan HojiiAfaan Arabaa
Ballina710,850 km²
Baayyina ummataaMil 36 ol
Tuuta'insa ummataa/km²
Faaruu
Koodii lakkoofsa bilbilaa+212

Morookoo ( yknMorokooo; /məˈrɒkoʊ/;Afaan Arabaa: المغرب‎, seeraanBiyya Mooti Morookoo) biyyaAfrikaa Kaabaa keessa jirtuudha. Morookoon kaabaanGalaana Meditiraaniyaan, dhihaanGarba Atilaantikiin, bahaanAljeeriyaa fi kibbaanSahaaraa Dhihaan kan dangeeffamte jirtu. Magaalaan guddoon MorookooKaazabilaankaadha. Bal'inni lafaa ishee 710,850 km2 (274,460 sq mi) yoo tahu ummata miliyoona 36 oltu keessa jira.


Dachee Aafrikaa
Aafrikaa Giddu Galeessaa |Aafrikaa Kibbaa |Aljeeriyaa |Angoolaa |Beeniin |Bootiswaanaa |Burkinaa Faasoo |Buruundii |Chaad |Eeritiraa |Gaabon |Gaambiyaa |Gaanaa |Giinii |Giinii-Bisaa’uu |Ijiipti |Iqu’aatoriyaal Giinii |Itoopiyaa |Jibuutii |Kaameruun |Keeniyaa |Keeppi Verdee |Komoroos |Kootdivo’aar |Laayibeeriyaa |Leesoottoo |Liibiyaa |Maalaawwii |Maalii |Madagaskaar |Mooriishes |Mooritaaniyaa |Moozaambiik |Morookoo |Naayijeeriyaa |Namiibiyaa |Niijer |Riippabiliika Dimookiraatawaa Koongoo |Riippabiliika Koongoo |Ruwaandaa |Sa’o Toomee fi Piriinsippee |Sahaaraa Dhihaa |Senegaal |Seraa Liyoon |Siishelsi |Siwaziilaandi |Somaaliyaa |Sudaan |Sudaan Kibbaa |Tanzaaniyaa |Toogoo |Tuniisiyaa |Yugaandaa |Zaambiyaa |Zimbaabuwee
"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Morookoo&oldid=36939" irraa kan fudhatame
Ramaddii:

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp