Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Lakkoofsa Xaxxamaa

Wikipedia irraa
Lakkoofsi xaxxamaa siiqeen bakka bu’a

Lakkoofsi xaxxamaa ykn kallattii afaan Ingiliffaatiin Complex Number jedhama, garuu maqaan Ingiliffaa dogoggora ykn burjaaja'aa dha. Lakkoofsota kallattii akka waliigalaatti akka a+jb yookiin a+ib tti kan barreeffaman yoo ta’u, a fi blakkoofsota, fi i (herrega keessatti) yookiin j (elektirikaal injinariingii)lakkoofsota kallattii qulqulluu, fi gatiiwwan isaanii1{\displaystyle {\sqrt {-1}}} dha.

i yookiin j, sababa lakkoofsa kallattii qulqulluu jedhamaniif

[gulaali |lakkaddaa gulaali]

Lakkoofsa sarara qajeelaa(siiqee) x irratti argamu 1n yoo baay’isne sarara walfakkaataa irratti lakkoofsa walfakkaataa arganna. Garuu yoo -1n baay’isne lakkoofsi sun digrii180o garagalee faallaa kanaa nuuf kenna.Gargalchi digrii 180 garagalchadigrii 90 lama waan barbaaduuf, si’a lama baay’isuun -1 kenna.1{\displaystyle {\sqrt {-1}}} Erga, egaa lakkoofsi kun lakkoofsa kallattii qulqulluudha.

"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Lakkoofsa_Xaxxamaa&oldid=42995" irraa kan fudhatame
Ramaddii:

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp