Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Kaarli Firidiriish Gaawus

Wikipedia irraa

Kaarli Firidiriish Gaawus (Jarmaniffa: Gauß, yoo dubbifama [ɡaʊs]) (30 Ebla 1777 – 23 Gurrandhala 1855) abbaa herregaa lammiiJarmanii kan damee saayinsii baayyedhaaf gummacha guddaa godhedha, kunis tiyoorii lakkoofsaa,aljebraa,istaatistiksii, qaaccessuu, difiresnhiyaal ji'oomeetirii, ji'oodeesii, ji'oofiiziksi, elektirostaatiksi,astironoomii, tiyoorii maatiriksii, fioptiiksii dabalata.

Yeroo tokko tokko Princeps mathematicorum (Laatinii yoo ta'u hiikansaas "mootii herregaa" ykn "abbaa herregaa adda duree") ykn "abbaa herregaa guddaa erga bara durimiitii dhufe" jedhamee kan waammamu Gaawus, damee herregaa fi saayinsii baayyee keessatti shoora olaanaa qaba, seenaa keessatti abbaa herregaa isa guddaadha.

Wabii

[gulaali |lakkaddaa gulaali]
"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Kaarli_Firidiriish_Gaawus&oldid=26670" irraa kan fudhatame
Ramaddii:

[8]ページ先頭

©2009-2026 Movatter.jp