Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Jimaata

Wikipedia irraa

Jimaatatorban keessaa guyyaa shanaffaayoo ta'u[1] Kamisa booda fiSanbata dura dhufa . Maqaan guyyaa kanaa bara Islaamummaa duraaAl-Urouba yknOrouba ture.Afaan oromoon maqaa guyyaa kana kan Afaan Arabiffarra liqeeffate yoo ta'u guyyaa kabajamaa Muuslimootaati.

  1. لسان العربلابن منظور - مادة سبت: "...والسَّبْتُ من أَيام الأُسبوع، وإِنما سميالسابعُ من أَيام الأُسبوع سَبْتاً، لأَن الله تعالى ابتدأَ الخلق فيه، وقطع فيه بعضَ خَلْق الأَرض"
"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Jimaata&oldid=39691" irraa kan fudhatame
Ramaddiiwwan:

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp