Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Irsaasoo

Wikipedia irraa
irsaasoo

Giraafaayitiin ykn irsaasoon akkumadurriifirunkaacilaayaati . Baayyee wal fakkaatu garuu caasaanmaddaarroo adda addaa amalootakeemikaalaa fi fiizikaalaa irratti dhiibbaa qaba. Giraafaayitiin marsaa atoomota kaarboonii irraa hojjetame. Laayibaroonni kun baay’ee salphaatti wal irra siqsuu danda’u. Kana jechuun baay’ee lallaafaa dha. Bifa isaatiin halluu diimaa dull dha. Sababaelektiroonota laayiyeroota gidduutti bakka hin jirre irraa kan ka’e,humna elektirikii baay’ee gaarii ta’een dabarsuu danda’a.

"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Irsaasoo&oldid=43509" irraa kan fudhatame
Ramaddii:

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp