Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Hidhoo ayoonii

Wikipedia irraa

Hidhoon ayoonii ykn hidhoon guuttiiqaa(Ioinic bond)hidhooatoomota ykn buxussuuddoowwanii elementoota yknwahiyyoo lamaa gidduutti yerookompaawundii ykn simni keemikaalaa uumuun uumamudha . suddoon wahiyyoo tokkoo elektiroonii atoomii elementii biraatiif yeroo arjoomu ykn kennu kompaawundii uumuu sunHidhoo ayoonii ykn guuttiiqaa jedhama.

Fakkeenyaaf, elementoonni soodiyemii (Na) fi kilooriinii (Cl) yeroo walnyaatinsa gaggessan soogidda /Ashaboo Nyaataa uuman, elektirooniin tokko atoomii soodiyemii keessaa gad-dhiifamee/gad-lakkisuun suudichi pozaatiivii ta’ee, kaataayoonii jedhama. Garuu atoomiin kilooriinii elektiroonii waan fudhateef negaatiivii dha. kanaafuu kun immooanaayoonii jedhama . Amma hidhni ayoonii lamaan gidduu jiru akkamaagneetii pozaatiivii fi negaatiivii gidduutti hojjeta; Soogidda dha.

"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Hidhoo_ayoonii&oldid=41696" irraa kan fudhatame
Ramaddii:

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp