Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Hawaa

Wikipedia irraa

Hawaan ykn duwwaani iddoo bal’aa, daangaa hin qabne ykn eegallii fi dhuma hin qabne kan wantoota (jajjaboo, dhangala’aa fi gaazii) of keessatti hammate dha. Hawaa guutummaatti arguun hin danda'amu. Baqaa killensaa lafaa ala ta'ee fi Ona(vaccum) kanta'eedha.

Dabalataaf:

[gulaali |lakkaddaa gulaali]
"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Hawaa&oldid=43399" irraa kan fudhatame
Ramaddii:

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp