Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Halluu

Wikipedia irraa

Halluun(Bifni) kutaa ispeektarmii ifa mul’atu kan fuula tokko irraa deebi’ee balaqeeffame sanadha. Hammi ifa fuulli tokko balaqqeessuu ykn xuuxuu halluu isaa murteessa. Keessattuu, fuulli gurraacha ifa hunda kan xuuxu yoo ta’u, fuulli adiin immoo ifa hunda balaqeessa.Halluuwwan gurraachas  adiis hin taaneef halluun ati argitu isa wantii irratti balaqeeffame hin xuuxamne qofa. Fakkeenyaaf, yoo girgiraa diimaa argitan halluun diimaan alatti hundi girgiraan sanaan xuuxama; diimaa qofatu ija keessanitti deebi’ee balaqeessa.

Hiika Halluu
IngiliziiAfaan Oromoo
BlackGurraacha
RedDiimaa
WhiteAdii
PinkDaangulleessa
MaroonDiimgurraa
PurpleSiddisa
VioletDhiilgee
ScarletDiimaa-bilchoo
GreenMagariisa
BlueCuquliisa
OrangeArroowa
LimeAsheeta
AquaGarsamii
AmberBifa hurdii
GreyDaalacha
BrownMagaala

Halluuwwan

[gulaali |lakkaddaa gulaali]
  • Pantone = Diimillee
    Pantone = Diimillee
  • Red = Diimaa
    Red = Diimaa
  • Orange = arrowaa
    Orange = arrowaa
  • Yellow = Keelloo
    Yellow = Keelloo
  • dark yellow = Boora
    dark yellow = Boora
  • Green 00FF00 = Asheeta
    Green 00FF00 = Asheeta
  • Green = Magariisa
    Green = Magariisa
  • Pantone 348C = Magariisuu
    Pantone 348C = Magariisuu
  • Blue = Cuquliisa
    Blue = Cuquliisa
  • Purple = Siddisa
    Purple = Siddisa
  • White = Adii
    White = Adii
  • Grey = Daalacha
    Grey = Daalacha
  • Black = Gurracha
    Black = Gurracha
  • Brown = Magaala
    Brown = Magaala
"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Halluu&oldid=43430" irraa kan fudhatame
Ramaddii:

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp