Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Eeritiraa

Wikipedia irraa
Koonya Eertiraa
ሃገረ ኤርትራ (Hagere Ertra)
دولة إرتريا (Dawlat Irītriyā)
Stato d'Eritrea


Ballina117 600 km²
Baayyina ummataa5 869 869 (2016)
Tuuta'insa ummataa51,8/km²
FaaruuErtra, Ertra, Ertra
Koodii lakkoofsa bilbilaa+291

Eeritiraan biyyaGaanfa Afrikaa keessatti argamtu. Eeritiraan naannooGalaana Diimaatti argamti.

Eeritiraan biyyabaha Afrikaatti argamtu yoo tattu dhihaanSudaaniin, kibbaanItoophiyaan, kibba-bahaanJibuutin dangeffamte argamtii. Bahaa fi kabba-bahaanGalaana Diimaankan marfamte yoo taatu,Galaana Diimaa gama immoSa'ud Arabiyaa fiYamanitu argama.Odoloonni Dahilaak fiOdolli Hanish bayyen akka kutaa Eertiratti ilaallamu.

Mudde 1, 1890tti, Eertiraan bittaa gabrummaa (colony)Ixaaliyaa jala galte. Eertiraan ammaa kuni billisummaItoophiyaarra kan argatte warrana wagga sodammaffi geggeffameen booda. Warranni kunis bara 1961 hanga 1991 geggeeffame. Heerri Eertiraa bara 1997tti ba'e akka ibsetti, Eertiraanriippabiliika pirezidaantin bultu (presidential republic) yoo taatu dimookiraasii paarlaamaa (Unicameral Parliamentary Democracy) qabdi. Haa ta'u malee sababa warraniItoophiyaa fi Eertiraa jiddutti Caamsaa 1998 jalqabbeffi, Eeritraan seera kana hojji irra olchuu hin dandenye.

Eertiraan biyya afaan fi adaa adda adda qabdu fi gosa amantii lamma qabdi, kunis amantiiIslaamaaSunnii fi amantiiOrtodoksii kan bahaa (Oriental Orthodox Christianity) ti. Ertiraa keessatti gosa sagalitti argamu. Eritraan afaan biyyaffi murteeffame hin qabdu, haa ta'u malee biyya keessatti afaani gosa sadiin hojjattu; kunisTigriffa,Arabiffa fiIxaaliyaaniffa dha.


Dachee Aafrikaa
Aafrikaa Giddu Galeessaa |Aafrikaa Kibbaa |Aljeeriyaa |Angoolaa |Beeniin |Bootiswaanaa |Burkinaa Faasoo |Buruundii |Chaad |Eeritiraa |Gaabon |Gaambiyaa |Gaanaa |Giinii |Giinii-Bisaa’uu |Ijiipti |Iqu’aatoriyaal Giinii |Itoopiyaa |Jibuutii |Kaameruun |Keeniyaa |Keeppi Verdee |Komoroos |Kootdivo’aar |Laayibeeriyaa |Leesoottoo |Liibiyaa |Maalaawwii |Maalii |Madagaskaar |Mooriishes |Mooritaaniyaa |Moozaambiik |Morookoo |Naayijeeriyaa |Namiibiyaa |Niijer |Riippabiliika Dimookiraatawaa Koongoo |Riippabiliika Koongoo |Ruwaandaa |Sa’o Toomee fi Piriinsippee |Sahaaraa Dhihaa |Senegaal |Seraa Liyoon |Siishelsi |Siwaziilaandi |Somaaliyaa |Sudaan |Sudaan Kibbaa |Tanzaaniyaa |Toogoo |Tuniisiyaa |Yugaandaa |Zaambiyaa |Zimbaabuwee
"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Eeritiraa&oldid=43171" irraa kan fudhatame
Ramaddii:

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp