Connective tissue kan jedhamu kunii gossa qoqqodamatissue afuurenni kessa tokko dha, kan hafaan sadeen immoepithelial,muscle, finervous tissue. Tissuen hunda yokan bayeen qoqqodama kana jalatti argaman:
- Fakkii fi qarqarsa isaan qaban.
- Mesoderm irra dhufuu isaani, bayinaan.
- Ammalaa tissue lubbu hin qabneen qabachuun bayyinaan bekkamu isaanin, wal-fakkatu.
Dhigaa,cartilage, fiLafeen yeroo bayee connective tissue jedhamani bekkamu, garuu tissue birra qoqqodama kana kessatti argaman irra adda waan ta'aniif, maqaa "connective tissue proper" jedhamun sadeen kuni kan biraa irra gargari bafamu. Qoqqodama embryonic connective tissue kessattille garagarummati jiraa; fuula kana irratti qoqqodami kuni akka qoqqodama sadaffa fi qoqqodama kophat barrefame argama.