Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Chaayinaa

Wikipedia irraa
中华人民共和国 (Ch)
Zhōnghuá Rénmín Gònghéguó
Riippabiliika Ummataa Chaayina (Om)
Magaalaa GuddaaBeejiingi
Afaan HojiiChaayiniffa
Ballina9 596 961 km²
Baayyina ummataa1 350 695 000 (2013)
Tuuta'insa ummataa140 /km²
Faaruu义勇军进行曲/Yìyǒngjūn Jìnxíngqǔ
Koodii lakkoofsa bilbilaa+86

Chaayinaan, maqaa guutuuRiippabiliika Ummataa Chaayina(Chaayiniffa:中华人民共和国) jedhamuun waammamti, biyyaEshiyaa bahaatti argamtu. Chaayinaan biyya baayyina uummataatin addunyaarraa tokkoffaarra jirtu yoo taatu baayyinni uummata ishees biliyoona 1.35 ol ta'a. Magaalaan guddoon ChaayinaaBeejiingi. Chaayinaan kutaa bulchiinsaa 22, naannolee ofiin of bulchan 5, bulchiinsa magaalaa 4 (Beejiingi,Tiyaanjiin,Shaangaayi, fiChoonkiing), fi naannolee addaa kan ofiin of bulchan 2 (Hoongi Koongi fiMakkaa'uu) qabdi. Dabalataanis ChaayinaanTaayiwaan kutaa bulchiinsaa 23ffaa akka taatetti kan dhiyeessitu yoo ta'uTaayiwaan garuu akka biyya tokkootti of ilaalun ofiin of bulchaa jirti

Eshiyaa   

Giddu-galeessa Eshiyaa

KaazaakistaanKirgistaanUzbeekistaanTaajaakistaanTarkimeenistaan

Eshiyaa Bahaa

Kooriyaa KaabaaKooriyaa KibbaaJaappaanMongooliyaaChaayinaa

Eshiyaa Dhihaa

ArmeeniyaaAzarbaajanBaahireenJi'oorjiyaaIraanIraaqIsiraa'elJoordaanKuweetLibaanonOmaanKaataarSa'ud ArabiyaaSiiriyaaTarkiiYamanYunaayitid Arab Imireetis

Eshiyaa Kibba Bahaa

BirunaayTiimor BahaaFiliippiinsiIndoneeshiyaaKamboodiyaaLaa'osMaleeshiyaaMaaynamaarSingaappoorTaayilaandVeetinaam

Eshiyaa Kibbaa

AfgaanistaanBaangilaadishBuutanIndiyaaMaaldivsiNeeppaalPaakistaanSirii Laankaa

Eshiyaa Kaabaa

Raashiyaa

"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Chaayinaa&oldid=31928" irraa kan fudhatame
Ramaddii:

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp