Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Booroonii

Wikipedia irraa
Booroon

Boorooniin (Boron )gabatee elementoota keessatti, iddoo bu'een keemikaalaa B dha. Lakkoofsi suddawaa isaa 6 dha.Boorooniin gariin sibiila hidhoo koovaaleentii uumuuf fedhii cimaa qabuudha. Elementiiwwan garee 3A kanneen biroo irraa adda ta’ee, boorooniin amaloota sibiilaa dhugaa hin agarsiisu. Haala oksideeshinii +3 kan qabu yoo ta’u, albuudota akka booraaksii (Na2B4O4) fi keernaayitii keessatti uumamaan argama. Boorooniin jabinaafi ho’a dandamachuu olaanaa waan qabuuf faayibargilaasii, qulqulleessituu fi walnyaachistoota niwukilaraa keessatti faayidaa qaba. Akkasumas guddina biqiltootaaf maaykiroonuutiriyeetii barbaachisaa dha.

"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Booroonii&oldid=44140" irraa kan fudhatame

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp