Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Booltii

Wikipedia irraa
Gosoota baaloon murtaa’an
Faankishiniin Blon Fak

Iskiriiwii /Biloona -- (Screw) Iskiriiwiin maashina salphaa qaamoota lama walitti hidhuun qabsiisudhaaf kan nama fayyadudha. Biloonota adda addaa fi kan biroo kan of keessatti qabatu ta’ee adda durummaan qaamoota isaa irratti fiixee fuula tokkootin bal’aa, fiixee biroon immoo qaramaa fi sararoota qaqalloo maramoon qaamarra kan jiruu fi hammachuun kan qabudha.

"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Booltii&oldid=42433" irraa kan fudhatame

[8]ページ先頭

©2009-2026 Movatter.jp