Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Awustireliyaa

Wikipedia irraa
Alaabaa Awustireliyaa.
Asxaa uffataa Awustireliyaa.
Iddoo itti argama Awustireliyaa.
Kartaa Awustireliyaa.

Awustireliyaa, akka ofiisaattiKoomanwelt Awustiraaliyaa ta'uu ibsameera, kan jedhamtu biyya kibbaHemispheretti argamu yoo ta'u, lafti kun Ardii addunyaa keessaa diqqitti ofii kessa qaba. Haa ta'u malee Awustireliyaa odoloota guguddoo kan akkaTasmaaniyaa fi odoloota xixiqqaaGarba Indiyaa fiGarba Paasifiik kessatti argamanii of keessaa qaba. Biyyonni dhihoo Awustireliyaatti argamani kaabanIndoneeshiyaa,Tiimor Bahaa fiPaappu'aa Niwuu Giinii, kaaba bahaanOdoloota Solomoon,Vaanu'atuu fiNiwuu Kaledooniyaa (Firaansi irra kan bilisoomtee) akkasumas kibba bahaanNiwuu Ziilaandi jedhamanitu argamu. Magaalaan guddoon AwustiraaliyaaKaanberaa yoo taatu, magaalaan guddittii ammooSiidnii dha.

Mootummootaa fi naannolee

[gulaali |lakkaddaa gulaali]
AlaabaaAsxaa qaamaaMaqaaMagaalaa guddoo
Awustiraaliyaa DhihaaPerth
Awustiraaliyaa KibbaAdelaayid
KuwiinslaandBrisbeen
Naannoo Magaalaa Guddittii AwustiraaliyaaKaanberaa
Naannoo KaabaaDaarwiin
Niiw Saawuz WeelsSiidnii
TaasmaaniyaaHoobart
ViiktooriyaaMelboorn

Akkasumas ilaali

[gulaali |lakkaddaa gulaali]


Ardii
"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Awustireliyaa&oldid=45224" irraa kan fudhatame
Ramaddiiwwan:

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp