Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Godina Arsii Dhihaa

Wikipedia irraa
(Arsii Dhihaa irra kan qajeele)

Godinni Arsii lixaa godinaaleeOromiyaa kessa isa tokko. Arsiin lixaa bara 1998 ALI godinoota sadii duraan jiranGodina Baalee ,Godina Arsii fiShawaa Bahaa irra aanoota baadiyaa 12 fi bulchiinsa magaala 3 walitti fiduudhan kan hundoofte

ANOOTA GODINA ARSII LIXAA FI MAGALOTA ISAANI

MAQA ANAA. MAQA MAGALA ISHE

Adaabbaa. Adaabbaa

Arsii Nagellee Nagellee arsii

Dodola. Dodola

Gadab Asaasaa. Assasa

Kofalee. Kofalee

Kokkosa Kokkossa

Qoree. Qoree

Naansabo. Naansabo

Siraaro Siraaro

Shaallaa. Ajjee

Hebaan arsii. Hebaan

Magaalaa Shaashamannee Shaashamannee

Naannawaa Shaashamannee Shaashamannee


Godinaalee Oromiyaa[1][2]
Arsii |Arsii Dhihaa|Baale |Baalee Bahaa |Harargee Dhihaa|Harargee Bahaa |godina Addaa Oromiyaa Naannoo Finfinne |Shawaa Bahaa |Shawaa Kaabaa|Shawaa Kibba Lixaa |Shawaa Dhihaa |Qeellam Wallagaa |Wallaga Bahaa |Wallagga Dhihaa |Horroo Guduruu|Boorana|Gujii |Guji Dhihaa |Iluu Abbaa Booraa |Buno Baddallee |Jimmaa


Aanolee Arsii Dhihaa
Adaabbaa |Arsi Nagallee |Dodola |Gadab Asaasaa |Kofalee |Kokosa |Kore |Naansebo |Siraaroo |ShaallaMagaalaa Shaashamannee |Naannawaa Shaashamannee
  1. Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtiisaalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiinjalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama.Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hingadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoofnama mudatee baduus danda’a, namoota tokkotokkorrammoo turuu danda’a.Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabameeadda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’aniiharka keessaa qabu.1. Dhiphina/muddama sammuu (stress)2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression)3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu durseesammuu keessa jiraachuu.4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu.AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA?Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qorichamana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kanakeessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraaballeessu.1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yooxixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaadhangalaasuutti geessa.2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation)fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhugidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’aniihojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyooqaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii biradeeman illee qabachuu danda’an.3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’eesanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaadhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadiqabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara.Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha.4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuuttiyaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifneebakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara.5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatanhaga dandeenye ofirraa fageessuu qabna.6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hingodhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa.Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aadeema.7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aadeemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadixiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akkadhangala’u waan taasisuuf.Fayyaan faayaDhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii XumuruuFaayidaa TimiraaMallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu QabnuMallattolee Dadhabuu OnneeDhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto IsaaHaphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya?Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina DhiigaaDhukkuba Huuba Qoonqoo/ToonsiliiFaayidaa Jinjibilli Qabu
  2. "sirni hundeeffama Godina Baalee Bahaa".obnoromia.com (in oromo). 
"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Godina_Arsii_Dhihaa&oldid=45261" irraa kan fudhatame
Ramaddiiwwan:

[8]ページ先頭

©2009-2026 Movatter.jp