Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Albinism

Wikipedia irraa
Albinoid (Nyachaa Albinisimiin qabame) goggan isaaMelanin Pigment waan hin qabneffi qallamu barbachisaa ta'e hin qabu, innis kanaaf addatta

Albinism (AfaanLatinalbus irra dhufee), maqaan yerro bayye fayyadamanihypomelanism yokanhypomelanosis kuninHypopigmentaryCongenital Disorder yoo ta'u, kan itti bekkamuni immoMelaninPigment illa, gogga fi rifensa kessa yoo hin jiranne dha. Albinismiin kan dhufuu dhallotaan (abba yokan hadha) irraRecessive Genes kan daddarbu dha. Halli kuniMammals,Qurxummi,Sinphiree,Reptile fiAmphibianotta irratti bayyinan argamma. Namotni Albinismiin qabamanni "albino" jedhamanni wamamu haa ta'u malee maqanni kunii akka abarsatti waan fudhatamuffi, "albino" irra maqqa "albinistic" yokan "nama albinism qabu" jedhamutti fayyadatama.Clinic kessatti maqqan binnensotta Albinism qabanu ittin yamanu "albinoid" yokan "albinic".Wikimedia Commons on Albinism

"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Albinism&oldid=38319" irraa kan fudhatame
Ramaddii:

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp