Movatterモバイル変換


[0]ホーム

URL:


Jump to content
Wikipedia
Barbadu

Aksiyooloojii

Wikipedia irraa

Xinsona (afaan Giriikii ἀξία irraa ,axia : "sona, safuu"; fi -λογία jedhaman ,-logia : "qo'annoo") qorannoofalaasama sonaati . Innis gaaffiiwwan waa’ee maalummaa fi ramaddii sonawwanii fi waa’ee wantoota gosa akkamii sona akka qaban of keessatti qabata. Innis dameewwan falaasama adda addaa biroo kanneen murteessaadhaan yaada sona irratti hundaa’an waliin walitti hidhata guddaa qaba, akkasakkoo,Qorbareedinnaa ykn falaasama amantii . Akkasumas yaada sona fi sakkoo meetaa wajjin walitti dhufeenya guddaa qaba . Jechi kun jalqaba kan itti fayyadaman Paul Lapie, bara 1902, fi Eduard von Hartmann, bara 1908.

"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Aksiyooloojii&oldid=40123" irraa kan fudhatame
Ramaddii:

[8]ページ先頭

©2009-2025 Movatter.jp