Mata Duree Har'aa OromiyaankutaaleeItoophiyaa kurnan keessaa tokkodha. Ballina lafa bahaa hanga kibba-dhihaa biyya keessatti 353,632 km² ta'e qabaatee, baayyina uummataa bara 2002 tilmamee hanga miliyoona digdamii-afurii qabdi, kunis ballina lafaa fi baay'ina ummataan biyyaa keessaa tokkofaa ishee tasisaa. Isheenis kan ofii keessa qabduu: kutaaArsii,Baalee,Harargee,Iluu Abbaa Booraa,Kafaa,Shawaa,Sidaamoo fiWallagga of keessaa qabdi,Booranaa fiGujiinSidaamoo jalatti walitti qabama turan. Magaalaan guddoon Oromiyaa duriiFinfinnee yoo taatu, kan ammaa garuuAdaamaadha. Bara booda gaaffii mirgaa sabni Oromoo gaafateen booda gara Finfinneetti deebbite. Magaallan gugguddoon biraa Oromiyaa keessatti argamanAdaamaa,Amboo,Asallaa,Bishooftuu,Dambidoolloo,Fiichee,Gimbii,Gobbaa,magaalaa Jimmaa,Mattuu,Nagallee Booranaa,Naqamtee,Shaashamannee fiWalisoo dha. Barruu saayiinsawaa Lafjoolee Sirna BiiftuuDamee Wiikipiidiyaa Afaanota Afrikaa kan Biraatin | ||||